Updated on Sat, Oct 3 2020
KIRISTOOLOJII
Kutaa Jahaffaa
Humna Dhiiga Yesuus Kiristoos
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
🩸Dhiigni Yesuus gatiin isaa baay’ee guddaa dha ; akkasumsa cubbuu addunyaa irraa balleessuuf kan gahaa tahe isa qofa ( 1Phex.12:18-20).
Inni dhiiga Waaqatti(Hoe.20:28).
🩸Bakka Keenya Waaqatti
dubbata (Ibr.12:22-24).
🩸Amantoonni dhugaa hundinuu dhiiga Yesuusiin amantaa qabu (Rome.3:23-
24).
Faayidaawwan amantoonni argatan sababa dhiiga Yesuusiin;-
🩸Dhiifama cubbuu dhiigaa Yesuusin (1Yoh.1:7).
🩸Akka qajeelummaatti fudhatamuu (Rome.5:9).
🩸Dhiigichaan waajamuu(Ef.1:7;Rome.5:9-10)
🩸Araara karaa dhiigichaa(Qol.1:20)
🩸Carraa Waaqayyotti dhihaachuu(Efe.2:13)
🩸Qulqullummaa fi fudhatama argachuu (Ibr.9:13-14)
🩸Dhiiga isaan qulqullaa’uu( (Ibr.13:12)
🩸Walitti dhuffenya waaqaa wajjin karaa dhiigichaa((1Qor.10:16)
🩸Luboota Waaqayyoo ta’uu (Mul.1:5;5:9-10)
🩸Walitti dhufeenya Kakuun karaa dhiigichaa ( Ibr.13:20)
🩸Seexana moo’achuu karaa dhiigichaa( (Mul.12:11).
🩸Jireenya barabaraa (Yoh.6:53-57,63).
Amantooni hundinuu karaa Kiristoos Waaqayyoo biraa
kan jireenya argatan sababa dhangala’iinsa dhiinga Yesuus irraa kan ka’eedha; fuula
Waaqayyo abba durattiis kan faca’e.
Sababa Dhiiga Yesuus dhangala'ee kanaaf...Mee al tokko 'Galatakee Yesuus'jedhi bakka jirtuu!